Judges 16:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Delilani miila ufi ira isa rafifte, nama guduru torbaani iraa haadu yaamte. Jennaani isa miite goyeesite waan inni irre d'abeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daliilaan gudeeda ufii irra isa ciibsitee nama tokko ufitti waamtee inni kukkubbaa torban isaa san irraa haade; hunni isaa waan isa irraa deemeef isiin isa salphisuu jalqabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Deliilaan Samsoon gudeeda ifii irra raffittee, nama tokko waantee guduruu rifeensa mataa isaa torbaanuu akka haadu goote, isa rakkisuu jalqadde; innille jabeenna ifii dhabe.