Judges 16:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Gaza aka Samsonini arti d'ufe d'ageennaani mana; suni marsani, halkani suni ch'ufa fullo dira keesati eegaa bulani. Halkani suni ch'ufa ch'allisani heregani waan jed'ani, Bari lafaa eenne isa ijeemna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoonni Gaaza'aa akka Saamsoon gara qachatti'ii seene dhagayanii qachattii marsanii halkan guutuu marsanii riphanii «Ganama yoo lafti bariite hin ajjeefna» jedhanii dhokatanii eega'aa bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa Gaaza'aa, «Samsoon as dhufeera» jechuu dhage'anee, adaala san marsanee, halkan guutuu karra qachaa sanii eegaa bulane; isaan, «Yennaa latti bariitu isa hin ijjeenna» jedhanee, halkan guutuu riphanee isa eegaa bulane.