Judges 16:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini iyyite waan jette, Samsoni! Worri Filisti ya d'ufe! Inni kae, herege waan jed'e, Anini akuma qara kaani baafad'e worra duraa ufi baasa. Inni aka AABBO Waaqi isa lakise imbeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isiin Saamsooniin, «Worri Filisxeemii sitti dhufan» jetteen; innillee hirribaa ka'ee akkuma duraanii godha jedhe; garuu Rabbi akka isa irraa fooyame hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isiin, «Samsoon! Filisxeemoti sitti dhufane» jetteen; Innille hirriiba irraa yennaa dammaqee, «Akkuma qaraa ifi irraa kukkutee gad baya» jedhee yaadate. Inni ammoo akka Mootiin Waan Maraa isa lakkiseeru hin beenne.