Judges 16:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Filisti isa qabe ila keesaa yaase, Gazati geese, sansalata sibiila diimatini hid'ani, mana hid'aansa kaani keesati d'akha daakhu guddaani mid'aani daasisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii isa qabanii ija isaa keessaa baasanii gara qachaa Gaaza'aa isa fidanii haada sibiilaatiin isa hidhan; akkuma hidhame sanitti midhaan daassisiisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri Filisxeemotaa isa qabanee, ila isaa lamaanuu keessaa baasane. Isaan gara Gaaza'aa gad isa geessanee wodaroo sageettu'uutiin hidhanee, mana hidha'aa san keessatti akka midhaan daaku godhane.