Judges 16:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti Filisti taani wolti baate jila tolfate, sorio waaqa worra ka Dagoni jed'ani qalte, sirbite waan jette, Waaqi keenna yayu nyaapa keenna Samsoni harka keennati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban ka worra Filisxeemii, «Waandhi keenna diina keenna Saamsooniin dabarsee nuu kenne» jedha'aa waaqa isaanii daagoonii ciincaa guddaa ciinceessu'uu fi guddisanii gammadu'uuf wol gayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchitooti Filisxeemotaa, «Daagon waaqi keenna, diinaa keenna Samsoon harka keenna keessa galcheera» jedhanee, jila jilifatanee, Daagonii waaqa ifiitiif ciincaa guddoo dhikeessiisaaf wolitti qabamane.