Judges 16:25 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan guddisanii haga gammadaniin maayessa, «Saamsoon nu afo'otti haa sirbuu isa as waamaa'a» jedhan; Saamsooniin mana isa itti hidhanii waamanii inni isaan afo'otti sirbe; itti balda'aa, utubaa lamaan jidduu isa dhaabsisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaanii yennaa guddoo gammade, «Samsoon dhufee akka nu taphachiisu, isa waama'a» jedhane; maarre isaan mana hidha'aa keessaa Samsoon waansisane; innille isaaniif taphate; isaan akka inni odduu utuba'aa dhaabbatu godhane.