Judges 16:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samsonini gurba isaa harka qabe deemuni waan jed'e, me utuba mani kuni ejuuni na qabachisi aka anini iti hirkad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamsoon mucaa harka isaa qabee isa masakkuun, «Yabo'oo utubaa mana utubee qabeeru na qabachiisi; ani itti irkadhee dhaabadhaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Samsoon mucaa harka isaa qabee isa qajeelchuun, «Utubaa galma utubeeru qabadhee, itti irkadhee dhaabbadhuu ti» jedhe.