Judges 16:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana suni gumi hedduti ta d'iirafi nad'eeni guute. Hayyoota worra Filisti shananu taaleeni achuma jirti, ammalle mana suni gubbaa nama kuma sadi gahu, ka d'iirafi nad'eeniti, ka Samsoni daawate isati tabatu, jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana san keessa dhiiraa fi dubartii baay'e'etu jira ture; worri baallii qaban ka worra Filisxeemiillee achi jiran; Saamsoon hennaa mana manaan gubba'aatitti taphatu namoonni argan dhiiraa fi dubartii haga kuma sadihiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni sun dhiiraa fi dubarti'iin guutameeraayyu; bulchitooti Filisxeemotaalle marti achi jiran; heellichoo mana sanii irra dhiiraa fi dubartiin gara kuma sadii tapha Samsoon taphatu ilaaliisatti jiraniiyyu.