Judges 16:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samsonini AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, AABBO gudda si kad'ad'a na qaabad'u, Ee, Waaqa irre tiyya maro toko ch'alla naa deebisi, aka anini worra Filisti haalo ila tiyya lamaani baafad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Saamsoon, «Rabbii jiraataa'a! waan ija tiyya lamaaniitiif worra Filisxeemii akka haluu bawu yabo'oo na yaadadhu, Waandhana, ani akka waan kana godhu hunna kee naa kennii na jabeessi!» jedhee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Samsoon, «Ee Goottaa Mootii Waan Maraa! Maganne'ee na qaabadhu; Waaqa kiyya, worra Filisxeemotaa ka ila tiyya lamaan na keessaa baasane, haluu tiyya akka bawuuf, takkuma qofa hunna na jabeessi» jedhee Mootii Waan Maraa daadimate.