Judges 16:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaatifi worri isaa ch'ufti reefa isaa fuud'u d'ufe. Duuba reefa isaa suni fuud'ani, jiddu Zoratifi ta Eshtaoli awaala abba isaa Manoa keesati awaalani. Inni ganna diddama jaallaba Israeliti tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboloowwan isaa, maatiin worra abbaa isaa maruu dhaqanii reeffa fudhatanii awwaala Maanuhee abbaa isaa ka Tsoor'a'aa fi Eeshtaa'oliin wodhakkaa jiru biratti awwaalan; Saamsoon worra Israa'elii woggaa diddama bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba obboleeyyan isaatii fi maatiin isaa marti gad dhaqanee, reeffa isaa fuudhanee, awwaala abbaa isaa Maano'a'aa ka Zora'aa fi Eshtaa'ol wodhakkaa jirutti awwaalane. Samsoon woggaa diddama Israa'eloota irratti abbaa mura'aa te'e.