Judges 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samsonini waan jed'eeni, Yoyu haada ribbu ka guube t'iya, ka ingogogini, torbaani na hid'ani anini irre d'abe akuma biyya d'ibi taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamsoonillee, «Fe'umaa jiidhaa torbaan yoo na hidhan dadhabee akka namoota kaawwanii ta'a» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Samsoon deebisee, «Teepha jiidhaa torbaan yoo na hidhane, akkuma nami dhibiin dadhabu hin dadhaba» jedhe.