Judges 17:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri namicha tokoti jira, ka Mika jed'ani, ka lafa gareeni ta Efraimu keesa tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Efreemii ka gaaraatitti nama Mikkaa jedhamutu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya koobittii Efreemii keessaa, namichi «Miikaa» jedhamu tokko jiraayyu.