Judges 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikaani waan jed'eeni, Na woliini tai, qaallufi abba mala naa tahi, anileeni qarsi kud'ani gannati sii kenne, woyaafi sagalele sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkaan, «Na bira taa'i, gadichaa fi abbaa naa ta'i, anillee wogga wogga'aan uffata, dhiyanaa fi saqilii kudhanii sii kennaa» jedheen; namichi gosa Leewwi'iillee hin seene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Miikaan isaan, «Na bira tee'i; abbaalle, hayyuulle naaf te'i. Ani wogga'atti meetii kudhan, sagale'ee fi woyaalle si'iif hin kenna» jedhe.