Judges 17:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Mikaani waan jed'e, Amma anini ya nama gosa Lawi qaallu tolfad'e, armaa achi AABBO Waaqi na eebise na horsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkaan, «Namni gosa Leewwi'ii waan gadicha naa ta'eef, Rabbi waan mishaa akka naa raawwatu amma beekeera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikaalle, «Nami sanyii Lewwi'ii hayyuu kiyya waan te'eef, Mootiin Waan Maraa waan dansaa akka naaf godhu hin beeka» jedhe.