Judges 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kunini ka Mika jed'ani fulla itikad'atu qaba. Inni akheekha woi heddufi waan efodi jed'ani toko Waaqa jed'e mid'aase, ilma isaa tokole qaallu tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkaan kun mana waaqa ufii itti waaqeffatu qaba; waaqolee tolfamaa baay'ee hojjatee tokko Efuudi'ii fi Taraafiimiin tolchee ijoollee ufii keessaa nama tokko gadicha godhee muude.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi «Miikaa» jedhamu kun galma waaqota ifii itti waaqonfatu qabaayyu; inni woyaa hayyumma'aa ta qomaatii fi fakkii waaqotaa hujee, ilmaan ifii keessaa tokko akka hayyuu isaaf te'u file.