Judges 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni hayyuuni lafa Israeli keesa injiru, tanaafi nami ch'ufti waan fed'u tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san worri Israa'elii mootii hin qaban ture; namni maruu woma isatti mishaa fakkaate godha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Israa'el keessa mootiin waan hin jirreef, nami martinuu waanuma fedhe godhaayyu.