Judges 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gaafasi gurba toko, ka gosa Lawi, ka dira Bethlehemu lafa Yuda keesa tau, jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san qachaa Beetaliheemii bulchiinsa Yihuuda'aa keessa ka'imticha gosa Leewwi'ii tokkotu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san dargaggeessi sanyii Lewwi'ii, ka gosa Yihuda'aa te'e, biyya Yihuda'aa keessa ka qachaa Betlihemii keessa le'u tokko jiraayyu.