Judges 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla iti qubatu barbaada Bethlehemu kae, ato deemu mana Mika ka lafa gareeni Efraimu keesa jiruni bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun bakka keessa jiraatu argachu'uuf Beetaliheemii ka'ee deeme; uduu deema'aaru, biyya gaaraa ka Efreemiititti mana Mikka'aa dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi kun qachaa Betlihemii biyya Yihuda'aa keessaa lakkisee addee dhibii itti le'u barbaadatiisaaf adoo deemuu, gara mana Miika'aa ka biyya koobittii Efreemii keessa dhufe.