Judges 17:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikaani isa gaafate waan jed'e, Eesaa d'ufte? Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Lawi, ka Bethlehemu lafa Yuda. Anini fulla qutuma barbaadu jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkaan, «Eessaa dhufte?» jedheen. Innillee deebisee, «Ani nama gosa Leewwi'ii ka qachaa Beetaliheemii Yihuudaa keessaatitti hulee jiraadhu soqata'aaru» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikaan, «Eessaa dhutte?» jedhee isa gaafate. Innille deebisee, «Ani sanyii Lewwi'ii ti; biyya Yihuda'aa qachaa Betlihemii keessaa addee dhibii itti le'u barbaadatiisaaf dhufe» jedhe.