Judges 18:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi hayyuuni Israeli keesa injiru. Gaafasi gochiti Dani lafa qutuma barbaaduu jirti; wonti akanatiifi worri gosa Israeli keesaa d'aala lafaa inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san worri Israa'elii mootii hin qaban ture; haga guyyaa sanii worri gosa Daanii worra Israa'elii keessatti waan lafa hin qabneef lafa keessa jiraatan soqata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Israa'el keessa mootiin hin jiru; gosi Daanii haga bara saniititti gosa Israa'elii oddu'utti lafa ifii waan hin dhaggatiniif, lafa keessa le'anu barbaadatiisatti jiraniiyyu.