Judges 18:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani achini baatani biyya dagu jirtu agartani laftileeni ballo wonti nami fed'u ch'ufti keesa jirti, ammalle Waaqi ya harka keesaniti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa gara biyya sanii dhaxxan, biyya nagayaan jiraatu argitan; lafti badha'a; Rabbi wonti lafa irra jiru maruu akka isin jalaa hin hanqifneef lafattii dabarsee isinii kenneera» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa achi geettane namoota bidhaa malee le'anu hin dhaggitan; biyyi sun badho'o; wonni marti achi keessatti dhagganti; Waaqi biyya san isiniif kenneera» jedhane.