Judges 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami d'ibba jaa ka gosa Dani lolaa kurfefate, Zorafi Eshtaoli keesaa kae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gosa Daanii keessaa worri meeshaa woraanaa hidhatan namoonni dhibba jahaa Tsoor'a'aa fi Eshtaa'olii ka'anii deemanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf gosa Daanii keessaa, namooti dhibbi jaa meya woraanaa hidhatanee, qachoota Zora'aatii fi Eshtaa'olii keessaa bayanee deemane.