Judges 18:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiriath-Yearimu ta lafa Yuda keesati, bulani. Tanaafi fulla suni arrale bulto Dani jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qiriyaatiyi'aarimii Yihuudaa keessa jirtutti quphatan; kanaafuu maqaan hulee sanii haga adhaa «Mandara Daanii» jedhama; huleen sun Qiriyaatiyi'aarimiin duuba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ol bayanee, biyya Yihuda'aa keessa qachaa Kiriiyat-Ya'ariimii gara aduun seentutti qubatane; tanaaf addeen sun haga adhaa quttuma gosa Daanii jedhanti.