Judges 18:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba mana Mika, fulla kaimtichi Lawi kaani tauti gorani, aka inni fidamu gaafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa irraa goranii gara mana Mikka'aa ka ka'imtichi Leewwi'ii keessa jiraatuu dhufanii nagaya gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre gara mana Miika'aa, addee dargaggeessi gosa Lewwi'ii le'u dhaqanee, nageya isa fuudhane.