Judges 18:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga worri tana harkaa qabu, duuli Dani, nami d'ibba jaa, ka lolaa kurfae, fullo keesa ch'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gosa Daanii worri meeshaa woraanaa hidhatan dhibbi jahaa balbala bira dhaabata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san namooti Daanii worri dhibbi jaa meya woraanaa hidhatanee, seensuma karraa bira dhaabbataneeraniiyyu.