Judges 18:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dooyaa kaani shanani mana olduude, akheekha mukha ka boch'ani qarsiini mat'ansani kaanifi akheekha d'ibifi woni efodi jed'ani kaani fuud'ani itiini d'aabatani, ka qaallichi nama d'ibba jaa sunini fulla fulloo woliini jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni shanii worri lafa gaadu'uuf dhaqan bayanii achi keessa seenanii fakii bocame, Eefuudi'ii fi Taaraafiimiin, fakii waaqa tolfama'aa ka sibiila bassanii hojjatanillee fudhatan; gadichillee namoota dhibba jahaa ka meeshaa woraanaa hidhatan woliin balbala dhaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessichi hayyichi sun, namoota dhibba jaa ka meya woraanaa hidhatane woliin seensuma karraa bira adoo dhaabbatee jiruu, worri shanan dooyu sun gara mana Miika'aa seenee, waaqota dharaa ka muka irraa bocamee meeti'iin gonfame, woyaa hayyumma'aa ta qomaa, fakkii waaqota dharaa ta dhibiille fuudhane.