Judges 18:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gochiti Dani nama shani jajanna gosa ufi keesaa fohate, dira Zorafi Eshtaoliti keesa dooya ergani. Lafa gareeni ta Efraimutini baanaani mana Mika keesa taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worri gosa Daanii gosa ufii keessaa namoota jajjabaa shanii lafa akka gaadanii fi akka qoratan, «Deema'aa lafa gaadaa'a» jedhanii gara Tsoor'a'aatii fi Eeshtaa'olii ergan; namoonni ergaman sunniin biyya gaaraa ka Efreemiititti mana Mikka'aa dhufanii achi bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan Daanii fira ifii ka qachaa Zora'aatii fi Eshtaa'olii keessaa, namoota jajjaba shan filanee, lafa dooyanee akka qorqoranuuf ergane. Namooti ergamane sun ka fira ifii mara bakka bu'eeru. Isaan, «Dhaqa'aatii, lafa san qorqora'a» jedhanee isaanitti himane. Isaan gara biyya koobittii Efreemii, gara mana Miika'aa yennaa dhufane, achi bulane.