Judges 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tunini qaallicha gammachiifte, inni miha woyyuma suni fud'ate, worra woliini iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichillee garaa ufii keessatti hin gammade; gadichi Eefuudii, Taaraafiimii fi fakii waaqa tolfama'aa ka bocame fudhatee banii woliin deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun hayyicha guddoo waan gammachiitteef, woyaa hayyumma'aa ta qomaa, waaqota dharaa ka muka irraa bocamee meeti'iin gonfamee fi waaqotaa dharaa ka dhibiille fuudhee isaan woliin deeme.