Judges 18:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi worri mana iraa fagaate, Mikaani olla isaa lola wolti baase worra Dani kaani hordofe d'aqabe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mana Mikka'aa irraa fagaatan, ollaan Mikka'aa wol gayanii ijoollee Daanii hordofanii bira gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Daanii mana Miika'aa biraa fagaataneen duuba, Miikaan ollaa ifii wolitti waamee, hordofanee isaan dhaqqabanee,