Judges 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
iti iyye. Worri Dani Mikati garagale waan jed'eeni, Maaniti lafa jira ka atini duula kana ch'ufa baaftufi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara ijoollee Daanii iyyan, ijoolleen Daaniillee uf irra gara galanii Mikka'aan, «Maal taatee iyya'aarta?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
itti iyyane. Namooti Daaniille gara isaanii garagalanee Miika'aan, «Ati namoota kana mara wolitti qaddee wonni dhutteef, haajaan keeti maan?» jedhanee gaafatane.