Judges 18:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Waaqa tolfamaa kiyya, gadichallee qabattanii deema'aartan ani waan biraa maal qaba? isin maal taate? maaf naan jettaan?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikaan deebisee, «Isin hayyicha kiyyaa fi waaqota ani hujadhe fudhattanee deentane; maanti naa hafe? Attam ‹Haajaan keeti maan?› naan jettan?» isaaniin jedhe.