Judges 18:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Dani waan jed'eeni, Atini woma dubbachu himmalle, hegeri worra kana dallansiifte ufi haasiifta, duuba hegeri siifi worri kankeleeni inhobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Daanii, «Worri guddisanii aaran akka siin hin lolle, lubbuun teetii fi lubbuun worra keetiillee akka hin banne nu jiddu'utti laagaa kee hin dhageessisin» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Daanii dhufane Miika'aan, «Namooti kun aaranee si lolanee, lubbuu teetii fi maatii teetii akka hin dhanne ‹Xi'i› hin jedhin» jedhane.