Judges 18:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Dani waan Mikaani mid'aafatefi qaallu isale fuud'e dira Laishi, ka dagu jiru, d'ufe, nama keesa jiru fit'e dirale gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waaqa tolfamaa Mikkaan hojjate, gadicha isaallee qabatanii gara banii nagayaan Leesaaniin taa'uu dhaqanii guraadee qara qabuun isaan dhayan; qachattiillee ibiddaan guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Daanii waaqota Miikaan hujatee fi hayyicha isaaf tajaajilu isa duraa fudhatanee, gara qachaa Laa'iishii dhufanee, kolbaa nageyaa fi bidhaa malee leetu shallaaga'aan ijjeesanee, qachaa sanille gubane.