Judges 18:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan diri sunini Sidoni iraa fago jirufi, ammalle waan worri nama d'ibiini woma wolira inqamneefi nama buale d'abani. (Diri sunini bale, Bethnehobu keesa jira.) Worri Dani dira kaani deebie jaare ke qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattiin Siidoonaa irraa waan fagaattuuf, isiinillee biyya irraa waan fagaatteef namni dhaqqabee isii oolchu hin argamne; Leesaan dhooqa Beetiroobii keessa jirti; qachattiillee ijaaranii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Laa'iishii, Sidoon irraa fagoo dhooqa Bet-Rehoobii keessa waan leetuu fi namoota qachaa dhibi'ii wolille'een wolitti waan hin dhunneef, nami isaan baasu hin dhagganne. Worri Daanii qachaa san deebisee ijaaree achi keessa le'e.