Judges 18:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa isaa Laishi iraa Daniti jijirani, maqa ababo worraa Dani, ilma Yakobo gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa qachattii sanii maqaa abbaa isaanii Israa'elii irraa dhalataniin Daan jedhanii itti baasan; maqaan qachattii sanii ka duraa Leesa'a jedhama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maqaa qacha'aa ka durii Laa'iishi jijjiiranee, maqaa abbaa isaanii ka durii ilma Yaaqoobiitiin, «Daan» jedhanee moggaasane.