Judges 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato achi jiranu, worri qonqo kaimticha Lawi kaani beekhe itigorani Maaniti armaani si d'ufe? Huji maani arma qabda? jed'ani gaafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan mana Mikka'aa bira gayan, laagaa ka'imticha gosa Leewwi'ii beekanii gara isaa dhiyaatanii, «Eentu as si fide? asii maal goota? as maaltu jira?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mana Miika'aa adoo jiranuu, dargaggeessicha sanyii Lewwi'ii san haasowa isaatiin isa beekanee, gara isaa garagalanee, «Eentu as si fide? Maan asii hujja? Maaf as dhutte?» jedhanee gaafatane.