Judges 18:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Dani akheekha boch'ani kaani old'aabe kad'ate, ammalle Yonathani, ilmi Gershomu, akhaakhuni Musa, gosa Daniti qaallu tahe, d'alooti isaaleeni qaallu tahe, haga worra Israeli qabani boojianiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Daanii fakii bocame san ufii dhaabatan; Yoonaataan ilmi Geersaamii ilma Muuse'ee haga baniin biyya sanii booji'amutti inninii fi ijoolleen isaa gadoota worra Daanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Daanii waaqota san waaqonfatiisaaf achitti dhaabbachiisane; ilmi Minaase'ee Gershoom ka uumate Yonaataan, worra Daaniitiif hayyuu te'ee tajaajiliisa jalqabe; sanyiin isaalle haga yennaa kolbaan booji'anteetitti hayyoota teete tajaajilte.