Judges 18:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi Mikaani boch'e mid'aase kaani haga Waaroni Woyyuma Shilo jirtu achiti hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakii bocame ka Mikkaan hojjate haga manni Rabbii ka Seeloo jiru achi jiru achuma dhaabsisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga bara Galmi Waaqaa Shiiloo keessa turetti, kolbaan Daanii waaqota dharaa ka Miikaan huje san achi dhaabbachiifatane.