Judges 18:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Nu yayu Mikaani woli d'anne, aka inni hori naa baase, anileeni qaallu isaa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni «Mindaa naa kaffala'aa, akka gadicha isaa ta'ee bakka isaa hojjadhu Mikka'aan wolii galeera» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan Miikaan isaaf godhe isaanitti himee, «Miikaan na qaxaratee, ani hayyuu isaa te'eera» jedheen.