Judges 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Me abbo, Waaqa nuu kad'ad'u, aka imaltuni nu yaanu tumini milkooftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Karaan amma nu deema'aarru kun qajeelaa ta'uu isaa akka beennu yabo'oo Rabbiin nuu gaafadhu» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Yaadi nuuti deemiisatti jirru kun, ka nu'uuf guutaaruu fi guutuu dhabaaru akka te'e, maganne'ee Waaqa nu'uuf gaafadhu» jedhaneen.