Judges 18:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari kaani shananu kae yae, dira Laishatini bahe, worri aka biyyiti sunini akuma worra Sidoni ufuma dagu ch'iiftu arge. Worri worra nagaya qabu ka nama tokoleeni woliind'amne ka waan fed'ani ch'ufa qabu. Worri worra Sidonile iraa fago jira, nama tokole woma iraa inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa namoonni shanan sunniin achii deemanii gara Leesaamii dhufan; baniin achi keessa jiru akkuma namoota Siidoonii namoota nagayaati; ka isaan bulchuu fi ka isaan rakkisullee hin jiru; worra Siidoonii irraa fagaatanii namoota irraallee fooyamanii hojja ufii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namooti shanan sun achii ka'anee, gara qachaa Laa'iishii dhaqanee, worri qachaa sanii akkuma worra Sidoonii nageyaa fi bidhaa malee akka le'anu dhaggane; latti isaanii waan mara waan qadduuf, isaan dureeyyi'i; worri qachaa sanii worra Sidoonii irraa fagaatee le'a; namoota dhibii wolille'een wolitti hin dhufanu.