Judges 18:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Dubbi d'ibi lakisa, koota nu yaasa, worra Laishi inhaana. Lafa ya argine maachine, arma chiiftani, ka woma intolchine afaani ind'aanina, kaa hurrisa lafa suni fud'ad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Lafti guddiftee michuu akka taate nu waan argineef, ka'aa haa baanuu! isin maaf cadhiftan? deemtanii lafattii dhaaluu lash itti hin jedhinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Latti guddoo dansaa akka teete dhaggineerra. Ka'a'a itti duullee lollaa! Cadhittanee as hin tee'ina'a! Ariifadha'aa dhaqa'aatii biyya san qabadha'a.