Judges 19:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi bulu infeene, tanaafi isaafi gaarayu isaatifi hojattufi harre worraa lamaani ta koora qabdu fuud'ani woliini yaani. Galgale d'aatu Yebusi (ka Yerusalemu jed'ani) d'umnaani, namichi hojattu isaa waan jed'eeni, Armati gorre, dira Yebusi kana keesa bule ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi Leewwi'ii sun garuu halkan san achi buluu hin barbaanne; kanaafuu achii ka'ee harriin fe'a'aa lamaanii fi ta inni mata gala itti galu woliin deemanii Iyyaabuusii qachaa Yerusaalemiin ladda jirtuu gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwichi sun ammoo halkan san achi buluu hin barbaanne; tanaaf inni, gursumeettii ifii, tajaajilaa ifiitii fi harree ifii ta kooraan itti fe'ame lama woliin ka'ee deeme; yennaa latti dhiite fuullee Yibusii geyane. Yibuusiin kun qachaa, «Yerusaalem» jedhamu.