Judges 19:11 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Iyyaabuusiin gayan waan isaanitti halkanaayeef tajaajilaan isaa gooftaa ufiitiin, «Koottaa gara qachatti Iyyaabuusii gorree achi haa bulluu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan Yibus geyane latti itti dhiite; tajaajilaalle goottaa ifiitiin, «Koy, gara qachaa Yibusootaa kana gorree bulla» jedhe.