Judges 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi dide waan jed'eeni, Nu dira nyaapa kana, ka worri Israeli keesa injirre, keesa imbullu. Diqo duruma yaane Gibea yokhaani Ramafa bulla
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftichi isaallee, «Gara qachaa gosa Israa'elii hin taanee hin gorruu, gara Gibi'a'aa haa lufnuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan isaa ammoo, «Lakkii dabarree qachaa Giibe'aa dhandha malee, qachaa ormaa ka Israa'elooti keessa hin jirretti hin gorru.