Judges 19:13 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garbicha ufiitiin, «Qachoota kanniin keessaa gara qachaa takkaa Gibi'aa yookaan Raamaa keessa haa bulluu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Koy, gara qachaa Giibe'aa yookiin gara qachaa Raama'aa dhikaannee, isaan keessaa tokko keessa bulla» jedhe.