Judges 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani worri Yebusi biraa dabre yauma yae, d'iaadutini Gibea ta lafa gosa Benjaminitini bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa qabatanii deemanii qachattii gosa Biiniyaamii bira yoo gayan aduun isaanitti dhiite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Yibus irra dabaranee deemanee, qachaa Giibe'aa biyya Beniyaamiititti yennaa dhikaatane, aduun seente.