Judges 19:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara ira gorani aka achi bulani. Dira d'umnaani wod'aka dira keesa, fulla nami iti wolwoldau, tatani, ammo nama worra bulchu d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gibi'aa keessa seenanii achi bulu'uuf goran; haga inni qachattii keessa seene namni isa bulchu'uuf isa simate waan hin jirreef qachattii afoo taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachaa Giibe'aa buliisaaf itti gorane; Lewwichi sun badhinna qacha'aa keessa tee'e; ammoo nami tokkolle isaan bulchiisaaf gara mana ifii isaan hin fudhanne.