Judges 19:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri achi ch'iisu, jaarsi toko ka oobru oole keesaa galu d'ufe. Inni nama lafa gaareeni ta Efraimuti, ammo amma Gibea taa (worri d'ibiini ka dira suni worra gosa Benjamini).
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma isaan achi taa'a'aaran jaarsi tokko lafa qotata'aa oolee gara galgalaa isaanitti dhufe; namichi kun nama biyya gaaraa ka Efreemiitii keessummummaa dhufee achi taa'a'aaru; namoonni biyya sanii garuu namoota gosa Biiniyaamiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo inni achi jiruu, jaarsi biyya koobittii Efreemii irraa dhufee, ka qachaa Giibe'aa keessa le'u tokko, hujii fichaa ifii irraa dhufe; kolbaan addee sanii ammoo, sanyii Beniyaaminii ti.