Judges 19:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isiini isati, dallante, kaate mana abba ka Bethlehemu jirtu baate, haga jia afuri achi teete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta inni fuudhe sun jalaa seebartee, isa dhiiftee gara mana abbaa ufii gara Yihuudaa Beetaliheemii dhaxxee ji'a afurii achi teette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gursumeettiin isaa sun ammoo sagaagaltee, gara mana abbaa ifii ka Betlihemii biyya Yihuda'aa keessa jirutti deebitee, ji'a afur achi turte.